Selected:

Medemer [Oromo]

$25.05

Medemer [Oromo]

PREORDER for 11/15/19

ISBN Code : 978-1-59-907202-9
Author: Abiy Ahmed, PM of Ethiopia
Language: Oromo
Pages number: 286
Format: Paperback
Publication date: 11/15/2019

$25.05

Description

Medemer is the first book by Nobel Peace Prize awardee and Prime Minister of Ethiopia, Abiy Ahmed since he came to power in 2018. In the book, the prime minister advocates for a fresh, Ethiopian-centric approach to the country’s politics, citing the past half-century when previous administrations applied successful ideologies and theories from outside of Ethiopia that failed, being alien to Ethiopian problems and realities. Abiy calls for reversing the trend of importing ideologies for a renewed Ethiopian political ideology that emanates from Ethiopia’s social-political context and taps into the country’s historical and cultural values.

toophiyaan biyya namoota dhimmoota garaa garaa irratti yaada gamaa fi gamana dhaabbate qabaniiti. Dhimma seenaa irrati gamaa fi gamana dhaabannee inni tokko isa biraa hubachuun haa afuutii, dhaggeeffachuufuu qofaa’aa miti. Yaada akka dhaala ofiitti fudhatanii tiksuuf tattaaffachuu irra, yaadni kan wal-jijjiiramu, walitti makamu fi xiinxalamu ta’uu isaa hubatee yaada isaa gabbisuuf namni yaalu xiqqoo dha. lnni tokko abaarsa seenaa qofa, inni kaan eebba seenaa qofa dhaga’uu kan barbaadu yoo ta’e waliigaluu hin dandeenyu. Beekumsa haaraa kan barbaannu yaada keenya isa duraanii akka nuuf jabeessuuf qofa yoo ta’e jijjiiramuu hin dandeenyu.

◊ ◊ ◊

Kanaafuu, guddinaa fi misooma diinagdee sirrii fi itti-fufiinsa qabu mirkaneessuun kan danda’amu taatota kanneeniin (mootummaa, abbootii qabeenyaa, dhaabbilee miti-mootummaa fi dhaabbilee barnootaa) gidduutti hariiroo jabaan yoo uumame qofa dha. Qooddataan isa tokkoo ykn lamaa kophaa kophaatti cimaa ta’uudhaan ba’uu; guddinaa fi misoomni diinagdee sirrii mirkanaa’uu hin danda’u. Taatota diinagdee kanneen gidduu hariiroo fi hidhata cimaan osoo hin hiikamin yoo hafe rakkinoota uumamaniin hir’ina sirnaa jenna.

Additional information

Content

ltoophiyaan biyya namoota dhimmoota garaa garaa irratti yaada gamaa fi gamana dhaabbate qabaniiti. Dhimma seenaa irrati gamaa fi gamana dhaabannee inni tokko isa biraa hubachuun haa afuutii, dhaggeeffachuufuu qofaa'aa miti. Yaada akka dhaala ofiitti fudhatanii tiksuuf tattaaffachuu irra, yaadni kan wal-jijjiiramu, walitti makamu fi xiinxalamu ta'uu isaa hubatee yaada isaa gabbisuuf namni yaalu xiqqoo dha. lnni tokko abaarsa seenaa qofa, inni kaan eebba seenaa qofa dhaga'uu kan barbaadu yoo ta'e waliigaluu hin dandeenyu. Beekumsa haaraa kan barbaannu yaada keenya isa duraanii akka nuuf jabeessuuf qofa yoo ta'e jijjiiramuu hin dandeenyu.

◊ ◊ ◊

Kanaafuu, guddinaa fi misooma diinagdee sirrii fi itti-fufiinsa qabu mirkaneessuun kan danda'amu taatota kanneeniin (mootummaa, abbootii qabeenyaa, dhaabbilee miti-mootummaa fi dhaabbilee barnootaa) gidduutti hariiroo jabaan yoo uumame qofa dha. Qooddataan isa tokkoo ykn lamaa kophaa kophaatti cimaa ta'uudhaan ba'uu; guddinaa fi misoomni diinagdee sirrii mirkanaa'uu hin danda'u. Taatota diinagdee kanneen gidduu hariiroo fi hidhata cimaan osoo hin hiikamin yoo hafe rakkinoota uumamaniin hir'ina sirnaa jenna.

Author

የጠቅላይ ሚኒስትር አቢይ አህመድ በኦሮሚያ ክልል ጂማ ዞን በ1967 ዓ.ም ተወለዱ። በ15 ዓመታቸው የኢሕአዴግ አባል ድርጅት የሆነውን የቀድሞው የኦሮሞ ሕዝብ ዴሞክራሲያዊ ድርጅትን (ኦሕዴድ) ያሁኑን የኦሮሞ ዴሞክራሲያዊ ፓርቲ (ኦዴፓ) ተቀላቅለው በሬዲዮ ኦፕሬተርነት ማገልገል ጀመሩ። በጦር ሠራዊት አባልነታቸው ከ1986-1987 በሩዋንዳ የተባበሩት መንግሥታት የሰላም አስከባሪ ጦር ጋር፤ ከ1990-1991 ደግሞ የኢትዮ-ኤርትራ ጦርነት ወቅት የጦር ሠራዊቱን የመረጃ ቡድን በመምራት ተሰልፈው እስከ ኮሎኔልነት የማዕረግ ደርሰዋል።

በ2000 ዓ.ም የኢንፎርሜሽንና የመረጃ መረብ ደኅንነት ተቋም በተባባሪነት ከመሰረቱ በኋላ በምክትል ዳይሬክተርነትና በዋና ዳይሬክተርነት አገልግለዋል። በ2006 ዓ.ም የአጋሮ ወረዳን ሕዝብ በመወከል የተወካዮች ምክር ቤት አባል ሆኑ።

መጋቢት 24 ቀን 2010 ዓ.ም የሀገሪቱ ጠቅላይ ሚኒስትር ሆነው ቃለ መሐላ ፈጸሙ። ወደ ስልጣን ከመጡበት ቀን አንስቶ ጠቅላይ ሚኒስቴር አብይ አለምን ያስደነቀ ፖለትካውና ማህበራዊ ለውጦችን አድርገዋል። ከነዚሁም ጎልቶ የሚታየው ለሃያ ዓመት በትረጣሬ ላይ ተመስርቶ የነበረወን የኢትዮጵያና ኤርትራ ግንኙነት ወደ ሰላማዊ መለወታቸው፣ እስረኞችን መፍታታና ካገር አንድወጡ የተደረጉ ፖለቲካ ቡድሮችና ፓርቲዎችን አንድመላሱ በማድረግ አስደማሚ ለውጥ አምጥተዋል። ለ አፍሪካ ቀንድ ቀጠናም ሰላምና ትብብር በአጭር ጊዜ ታላላቅ አመርታዎችን አሳይተው ተፅኖ ፈጣሪ መሪ ለመሆን በቅተዋል።

Prime Minister Abiy Ahmed (PhD) was born in 1974 in Jimma Zone of Oromia region. He started his political career at the age of 15 by joining the then Oromo People Democratic Organisation (OPDO) now Oromo Democratic Party (ODP), a militant group, as a radio operator. His military career included his participation as a member of the UN peacekeeping mission in Rwanda and participation in the Ethio-Eritrean border war.

In 2008 he helped found the Information Network Security Agency (INSA), the spy agency of Ethiopia, and served as one of its first directors. In 2014 he was elected member of Ethiopian parliament representing Agaro electoral district in Oromia regional state.

On monday April 02, 2018 Abiy was sworn in as the Prime Minister of The Federal Democratic Republic of Ethiopia. In was lauded for launching swift changes and transformational moves that saw the end of twenty years of stalemate between Ethiopia and Eritrea, the release of thousands of political prisoners, the lifting of ban on political parties and persons who were outside of the country and the opening up of political space in the country.

Close Menu
×
×

Cart